Ummanni Oromoo Waataa biyya Keeniyaa qarqara galaanaa jiraatu dur jireenyisaanii adamoo fi ija mukaa irratti kan hundaa'e ture. Har'a garuu naannoo isaan dur jiraachaa turan lafa bosonaa eegumsi ...
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne du'a obbo Baatee Urgeessaa irratti qorannoon bal'aan akka gaggeeffamu gaafachuuf hiriira qopheessee jira. Obbo Battee Urgeessaa, miseensiAdda Bilisummaa Oromoo (ABO) ...