Liiverpuul jifataa lammii Naayijeeriyaa ergisaan Galataasaraay ture Viktor Osimeen fudhachuu akka barbaadu gabaafame. Jifataan ganna 26 kilaba Naappolii Osimeen, achuma Galataasaraay turuuf hireen ...